×
Gahumsa nam-tolchee jechuun maali?

Gahumsa Nam-tolchee/Artificial Intelligence/ fi Fuul-duree keenya kenya.

Jechii Gahumsa nam-tolchee/Artificial Intelligence/ jedhu Nama Maqaan isaa Johan Maakartii/Johan Macarthy/ jedhamun Bara 1945GC kan moggafamee yommuu tahuu, Waggootaan Darbaan keessaatii gama dame Gahuumsa nam-tolcheen hojjiiwan bayyeen hojjetama fi qoranowaan gurguddan godhama turee jira, akka mooggaasa maqaa isaati jechii Artificial Inteligence jedhu kun gahuumsa nam-tolche kan jedhu waliin sirriiti wal-madaaluu dhabus barreefama kanaan gahuums nam-tolchee jechuun hikkaa isaa irra yoo kan jalqabnuu tahee, dandeetii Maashina yokkan koompiitara, deeggarsa namoota malee gahoomsuun hojjiwaan gurguddo fi wal-xaxaa tahaan akka furan gochu jechu dha, dandeetiiwaan ilmi nama umaaman qabu maashinootaaf keenuu kan jedhuus hikka muraasa keennu ni dandaa.

Ittii fufaa...........

×

Qubeteck

Software, Mobile & Custom Application Development We offer software development, custom and product software development, mobile application development, software testing & support.