Wajjiira Abbaa Alaanga Godina Shawaa Bahaati , Leenjii Fayyadamtoota fi Qaama dhimmii ilaaluuf Waa'ee Sirna To'annoo Galmee Wajjiira Abbaa Alangaa/ ACMS(Attorney Case Management System) irraati guyyaa haraa keenna ollee jira.
Leenjiicha irraati Hoggansii Wajjiiraa fi Abbootiin alangaa akkasuma hojjeetoonii hundii kan irraati argamaan yommuu tahuu hundeessa fi ittii gaafatamaan Dhaabbata Qubeteck.com kalaaqa Teeknooloji sirna toa'nnoo galmee kan irraatii leenjii gabaaba kan keennan yommuu tahu, gaafii fi yaadoota adda addaa kaneen ka'aniif marii gochun, ful-duree teekknolojii fi wanta hojjechuuf karoora qaban dhiheesun, hirmaatoota irraa yaada fi gaafii dhufee fudhachuun haala gariin leenjiicha xumurani jiru.