Barnoonii koompiitaraa yeroo amma kana keessatii bayyee barbaachisa dha, koompiitarii Teekknoolojiwaan amma jiran hundaaf lafee dugda tahuun tajajjila kan jiruu fi humna waraana irraa hanga nageenya biyyaa fi tajaajiloota bu'uura hundii isaani kan tajaajila jiruu beekkuumsii koompiitara bayyee murteessa dha.
Barnoota kanaan seenaale Koompiitaraa irraa hanga Koompiitaraan fayyadamuuti kan baranu taha
2 LessonsBarannoo kanaan koompiitaraan akkamiiti akka barreesinuu fi wantoota koompiitaraan barreesuuf nu barbaachisuu ilaala
2 Lessons
Login To Leave Review
Software, Mobile & Custom Application Development We offer software development, custom and product software development, mobile application development, software testing & support.