Digrii jalqaaba sayiinsii kompiitaraan kan fudhate yommuu tahu yerroo amma Oggeesa Teekknoloojii fi Koompiitaraa fi barsiisa tahuun hojjecha kan jiru yommuu tahuu, hundeesa dhaabbata https://www.qubeteck.com yommuu tahuu marsaariitii qubeteck jedhamtu hundeesuun tajaajiloota adda addaa keenna kan jiru dha.
Yerroo amma kana Moosaajiilee/softwares, fayyadamsiisa/application, fi Marsaariitiiwaan/ websites adda adda dhaabatoota fi waajirootaaf hojjechu irraati argama
0ብር
500ብር
0ብር
1,000ብር